Itoophiyaan ulaa galaanatti ishee baasu argattu malee naannawi Gaanfa Afrikaa nagaa hin argatu jedhan Ministirri Muummee Abiy Ahimad. Bulchaan Itoophiyaa gaaffiin ulaa galaanaa Itoophiyaa lammiilees ...