Dhaabi morkataa Kongirasiin Federaalawaa Oromoo (KFO) hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan Shanee jedhuun waliin hidhata hin qabu jechuun hime. Dhaabi Pirofeesar Mararaa Guddinaan ...