''Waraanni Bilisummaa Oromoo sududaan ammas kana duras hidhattoota Faannoo waliin mariin gaggeesse hin jiru'' jedhan Gorsaan Ajajaa Olaanaa ABO-WBO, Obbo Jireenyaa Guddataa. Tibbana miidiyaan 'Africa ...
Mootummaan Itoophiyaa uummata isaa miliyoona 120 caaluuf ulaan galaanaa barbaachisaa tahuu irra deddeebiin kaasa. Gaaffiin faayidaa biyyaalessaa Itoophiyaa kabachiisuu kun Itoophiyaa fi Somaaliyaa ...