Dhaabi morkataa Kongirasiin Federaalawaa Oromoo (KFO) hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan Shanee jedhuun waliin hidhata hin qabu jechuun hime. Dhaabi Pirofeesar Mararaa Guddinaan ...
Waraanni kaaba Itoophiyaatti waggaafi ji'oota muraasa dura jalqabe Itoophiyaa gama hedduun hube. Kanneen hubaman keessaa tokko walabummaa pireesii Itoophiyaadha. Malootni quunnamtii sababa waraanaan ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results